Union of Oromo Evangelical Churches of Europe
SongsGuestbookResourcesLinksContact us
 
Watch live streaming video from oromochurchoslo at livestream.com

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootiin dhageefadhaa! Macaafotni Kakuu Haaraa Afaan oromoo loqoda Booranaa, loqoda Bahaa fi loqoda Dhiha Giddugaleessa Oromiyaatiin qophaa’e isinii dhihaateera dhaggeeffadhaa!

London2012

Konfraansii TWOWA isa 3ffaa Adoolessa 19 -22ti magalaa Londonitti ta'u kan keesumsiiftu Waldaan Kristyaanaa warra Wangeelaa London qophii isaa xumuraa raawwachhaa akka jirtu beeksisuudhaan hundumtuu akka hirmaattuu eebbichaa ta'aniif waamicha goote. Itti fuftanii dubisuuf...

kana xuqaa

 

Gudina tumsa

Gudina Tumsa, general secretary of the Ethiopian Evangelical Church Mekane
Yesus (EECMY) from 1966 to 1979, was a recent martyr in the history of the
Christian church. He believed in the liberating power of the gospel, preached it from the pulpit, witnessed to it in the assemblies of the churches, and challenged the international community to respond to the need of his church. His contemporary, Rev. Dr. Tasgara Hirpho chronicles the extra ordinary life and legacy of the late Rev. Gudina Tumsa.

Learn more

Rev. Dr. Tasgara Hirpho

Tamsaasa wangeelaa kessatti har’a ga’ee sab-qunnamtiin qabu isa yoomi iyyuu caalaa murteessaa ta’eera. Jaarraa tokko dura, bara Onismus Nasiibfaa hojii guddaa hojjetan barri isaa akka isa ammaa hintolle ture. Garuu qaawwuma xinnoo argamtetti fayyadamuudhaan waann guddaa hojjetan. Amma yeroo jabanni toletti hojii wongeelaa caalaatti saffisiisuuf carraa guddaatu jira jedhu L. Dr. Tasgaraa Hirphoo. Gaaffii fi deebii isaanii wojjin goone dhageeffachuuf. Kana malees barumsa Macaaf Qulqulluu Luba tasgaraatiin audiodhaan qophaa'an qabannee dhihaatneerra. Dubbisuuf yakaanis dhaggeefachuuf

Kana xuqaa

 

UOECE 2nd Annual Conference – A Sensational Success Story!

The UOECE 2nd annual conference which was held in Oslo from 9-12 June 2011 was successfully completed. The conference was quiet phenomenal and never before have had Oromo believers in Europe experienced such enormous and unique gathering.Prior to the conference on 9th of June 2011, UOECE successfully conducted its annual congress and council meeting. The council, among other things, decided the host church for the next UOECE conference and settled a continental media team in order to enhance the role of media in evangelism among the oromo diaspora and beyond.

Learn more...

 

UOECE

UOECE is a not- for- profit continental umbrella organization comprising Oromo Evangelical Churches, Fellowships and Congregations scattered in Europe.The main objective of the Union is to foster unity among Oromo Evangelical Churches, Fellowships and Congregations, and to bring together the scattered Christians and nurturing them in their beliefs. Based on the teachings of our Lord Jesus Christ UOECE stands with the poor and powerless, advocate for peace and justice.

Learn more

 

 

 
greitas kreditas
greitas kreditas
 

Designed by GOG. Email: camsur2000@yahoo.com